Tag: App
-
SAGALEE NAMAA DHOKSAADHAAAN WARAABUF APP ISIN GARGAARU
app video dhoksaadhaan waraabuuf isin gargaaru app kun video yeroo waraandan dhoksaadhaan irratti deebiftanii waraabuuf baay’ee kan isin gargaaru yoo ta’u app kanatti fayyadamtanii waan barbaaddan waraabuu ni dandeettu video barbaaddanii audio barbaaddanii lamaan isaatuu akka gaaritti kan isiniif waraabuudha app kana buufachuuf playstore irra galtanii video background recorder jettanii yoo search gootan ni argattu…