SAGALEE NAMAA DHOKSAADHAAAN WARAABUF APP ISIN GARGAARU

app video dhoksaadhaan waraabuuf isin gargaaru

app kun video yeroo waraandan dhoksaadhaan irratti deebiftanii waraabuuf baay’ee kan isin gargaaru yoo ta’u app kanatti fayyadamtanii waan barbaaddan waraabuu ni dandeettu

video barbaaddanii audio barbaaddanii lamaan isaatuu akka gaaritti kan isiniif waraabuudha app kana buufachuuf playstore irra galtanii video background recorder jettanii yoo search gootan ni argattu ykn link armaan oliii as tuqaa buufadhaa jedhu tuquun dounload godhaa itti fayyadamaa

Leave a Reply

Create your own website, free on WordPress.com.Create your own website.
Start free