Category: App qopheessuu
-
BILBILA KEESSAN NAMNI HAYYAMA KEESSANIIN ALA YOO TUQE APP ITTIIN BEEKUU DANDEESSAN
App kana buufachuuf link armaan gadii tuqaa https://play.google.com/store/apps/details?id=com.wtmp.svdsoftware ykn https://play.google.com/store/apps/details?id=com.harteg.crookcatcher aappilkeeshinii namoota bilbila keessan tuqanii fayyadaman kaameraa fuulduraa fayyadamuun haala duubaa keessatti waraabaa fayyadamaaf osoo hin muldhatin meeshaa jaallattu irratti eenyu? yoomii fii maal akka godhe osoo xiyyeeffannaa kee jala hin jirre ni argita akkamitti hojjata namoota jettaniif 1.irratti app banaatii button cuqaasaa sana booda…